Jump to content

Qolaalqabeeyyii

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 08:24, 29 Adooleessa 2024 Afaan oromoo guddisii (dubbadhu | gumaacha) irratti
(gargar) Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)

Qolaalqabeeyyii ykn elelloo garee bineensotaa galaana keessas ta'e lafarra jiraatanidha. Gosoota gara 112,000 qaba.

Ramaddiiwwan gurguddoon: -

  • Kalunqola (Oysters), scallops, clams fi kkf.
  • Miila saddeet fi kkf. (Qoola qabaachuu baatus, qola kan uwwifame jedhamee ramadama)
  • ilbiisota fi kkf.