Kookii ( Maqaa Roomaa : Prunus Persica) gosa mukaa fi firii mi'aawaa muka kana irraa argamudha.

Kookii

Walaalaa kookiin (nektariniin) gosa addaa kookii jedhamuu dandaʼa.

Kookiin ofii isaatii malees, walalaa kookii bal'aa keessaa almoondii, peechisii galaanaa, cheerii, fi muka gurraacha .